Articles

  • What does FOB AND CIF PRICE mean

    “FOB Price” means the sale price of
    goods plus costs paid or payable in the
    exporting country up to the final loading
    point/port.

    “CIF Price” means the sale price of
    goods, costs paid or payable in the exporting
    country up to the final loading point/port,
    plus insurance, transport, loading, unloading,
    and handling costs to deliver the goods to
    Ethiopia’s first entry point.

    “የኤፍ.ኦ. ቢ ዋጋ /FOB Price/” ማለት
    የዕቃው የመሸጫ ዋጋ እና በላኪ አገር
    እስከ የመጨረሻ መጫኛ ቦታ /ወደብ/
    ድረስ ለዕቃው የተከፈለ ወይም
    የሚከፈል ወጪ ድምር ነው፡፡

    “የሲ.አይ. ኤፍ ዋጋ /CIF Price/”
    ማለት የዕቃው የመሸጫ ዋጋ እና በላኪ
    አገር እስከ የመጨረሻ መጫኛ ቦታ
    /ወደብ/ ድረስ ለዕቃው የተከፈለ ወይም
    የሚከፈል ወጪ እና ዕቃውን እስከ
    ኢትዮጵያ የመጀመሪያ መግቢያ በር
    ለማድረስ የወጣ የኢንሹራንስ፣
    የማጓጓዣ፣ የማስጫኛ፣ የማውረጃ እና
    የመንከባከቢያ ወጪ ድምር ነው፡፡

  • Haala Waliin Dhahameen Daldala Gabaa AksiyoonaaAdeemsisuun hagam yakkaan nama adabsiisa?

    Namni kamiyyuu sababa gabaa aksiyoonaan yookiin gabaa biroon aksiyoona
    yookiin gatii gabaa aksiyoonaa ilaalchisee daldalli aksiyoonota ummataa akka jiru
    kan fakkeessu haala sobaa yookiin dogoggorsaa uumuuf yaaduun:
    (a) daldala aksiyoonaa abbummaa aksiyoonaa irratti jijjiirama fayyadu kamiyyuu
    kan hin finne kan adeemsise yoo ta’e; yookiin
    (b) walitti dhiheenya hammaa, yeroofi gatiin aksiyoonotaa gaafataman nama
    sanaan yookiin nama biroon akka bitaman yookiin namuma sanaaf yookiin
    nama biroof gaaffiin bittaa akka dhihaate yookiin akka dhihaatu osoo beekuu
    aksiyoonota sana bituuf gaaffii kan dhiheesse yoo ta’e; yookiin
    (c) walitti dhiheenya hammaa, yeroofi gatii aksiyoonotaa gaafataman namuma
    sanaan yookiin nama biroon akka gurguraman yookiin namuma sanaaf yookiin
    nama biroof gaaffiin gurgurtaa akka dhihaate yookiin akka dhihaatu osoo
    beekuu aksiyoonota sana gurguruuf gaaffii kan dhiheesse yoo ta’e;
      
    hidhaa salphaan yookiin dubbichi ulfaataa yoo ta’e, hidhaa cimaa waggaa shan hin
    caalleen ni adabama.
    (Seera yakkaa kwt 694)

  • Bu‘aa galmee cufuun hordofsiisu (effect of striking out )Kwt 71 SDFHH


    💬💬💬
    1) Seera kana bu‘uura kwt.69(2) yookan 70(d) jalatti tumameen,himannaan tokko cufameera
    yoo ta‘e,himataan kaffaltii abbaa seerummaa kaffaluudhan galmee deebisee bansiisuun
    dhimmicha akka itti fufu gochuu irraa isa hin dhorku.

    (💬Kwt 69/2/ .Gareewwan walfalmitootaa bitaa mirgaan guyyaa beellamaatti osoo hin dhiyaatin kan hafan
    yoo ta‘e, manni murtii galmicha ni cufa. Akkasumas falmichi kan dhiyaate ol‘iyyannoodhan
    yoo ta‘e galmee ol‘iyyannoo ni haqa jedha.
    kwt 70/d/n immoo Falmii dhaga‘uuf guyyaa beellamametti himataan dhiyaatee himatamaan kan hin dhiyaanne yoo
    ta‘e, dhimmicha irratti murtoon kennamu adeemsa kanatti aanee jiruun ta‘a jedheetu keewwata xiqqaa ‘D’ jalatti :💬Himatamaa tokko yookan tokkoo ol ta‘aniif waamichi ergamee himatamaa yookan
    himatamtoota kamiyyuu kan hin qaqqabne maal na dhibdeedhan yookan hanqina
    himataatin ta‘uu isaa manni murtii yoo hubate, himatamaa yookan himatamtoota
    waamichi hin qaqqabne irratti himannaa dhiyaate cufuudhan gaggeessuu yookan
    barbaachisaa ta‘ee yoo itti mul‘ates guyyaa dhaga‘a falmii beellama biraatti ni jijjiira.
    Dhimmichi ol‘iyyannoo yoo ta‘e ol‘iyyannicha haquu ni danda‘a. Ta‘us,osoo waamichi
    hin qaqqabin himatamaan yookan deebii kennaan matuma isaatiin yookan bakka bu‘aan
    isaa guyyaa dhimmichi dhaga‘amutti mana murtiitti yoo argame dhaddacharratti
    dhiyaatee akka falmii taasisu ajajamuu ni danda‘a. Kuni yoo ta‘e waamichi kennamuu
    dhabuudhan galmeen hin cufamu yookan hin haqamu jedha.

    2) Himataan guyyaa beellama qabametti osoo hin dhiyaatin kan hafe sababa gahaa ta‘een ta‘uu
    isaa kan hubachiise yoo ta‘e,manni murtiis kanuma fudhachuun kaffaltii abbaa seerummaa
    osoo hin kaffalchiisin galmee deebisee saaqqatee akka itti fufu eeyyamuufii ni danda‘a.

    Himannaa cufuun bu‘aa hordofsiisu (Effect of dismissing of suit ) Kwt 74 SDFHH
    💬💬💬
    1) Seera kana bu‘uura kwt.73tin himannaan guutummaatti yookan gartokkeen haqamee yookan
    bu‘uura kwt.69(2),70(d) yookan kwt.73tin galmeen ol‘iyyannoo erga haqameen booda
    himataan himannaa duraaf yookan ol‘iyyataan ol‘iyyannoof dhimma ka‘uumsa ta‘e bu‘uura
    godhachuudhan himannaa haaraa dhiyeessuu hin danda‘u.

    (Kwt 73 Dhimma tokkoon namni himannaa dhiyeesse tokko falmii dhaga‘uuf guyyaa beellamametti osoo
    hin dhiyaatin yoo hafe,himatamaan dhiyaatee dhimma ittiin himatame hunduma isaa yookan
    gariin isaa kan amane yoo ta‘e,himataan bakka hin jirrettis yoo ta‘e manni murtichaa
    guutummaan yookan gariin himatamaan waan amane irratti murtii kennuu ni danda‘a.
    Himatamaan yoo haale yookan amanuu baate garuu galmee haquudhan ni gaggeessa jedha
    )

    2) Keewwata kana cita xiqqaa (1) jalatti tumaan tumame galmeen cufamee yeroo ji‘a 1(tokko)
    keessatti banamee dhimmichi akka ilaalamuuf himataan mirga gaafachuu jalaa hin hambisu.
    Himataan beellama darbetti osoo hin dhiyaatin kan hafe sababa gahaa ta‘ee tilmaamamuun
    ta‘uusaa manni murtii yoo hubate kisaaraa fi baasii kamiiyyuu kaffaluu qaba jedhee itti
    mul‘ate erga itti mureen booda galmeen cufamee ture deebi‘ee saaqamee dhimmichi akka itti
    fufu ajaja kennee beellama dhaga‘aa murteessa.

    3) Keewwata kana cita xiqqaa (1)jalatti bu‘uura dubbatameen ajajni kan kennamu iyyatni
    himataan dhiyeesse deebii kennaa erga qaqqabeen booda ta‘a.

  • GOODS DECLARATION

    Art.8 of customs proclamation 859-2011

    Declarant
    I I Any person having the right to dispose of the goods
    shall be entitled to act as declarant, and shall be
    entitled to be represented by a customs clearing
    agent.
    21 The declarant shall be held responsible for the
    completeness and accuracy of the particulars
    given in the goods declaration and the payment of
    the duties and taxes.
    31 Before lodging the goods declaration the declarant
    shall be allowed, under such conditions as may be
    laid down in a directive issued by the Authority, to
    inspect the goods and to draw samples.
    41 A separate goods declaration may not be required
    in respect of samples · allowed to be drawn,
    provided that such samples are included in the
    goods declaration concerning the relevant
    consignment.


  • Haala Waliin Dhahameen Daldala Gabaa AksiyoonaaAdeemsisuun hagam yakkaan nama adabsiisa?

    Namni kamiyyuu sababa gabaa aksiyoonaan yookiin gabaa biroon aksiyoona
    yookiin gatii gabaa aksiyoonaa ilaalchisee daldalli aksiyoonota ummataa akka jiru
    kan fakkeessu haala sobaa yookiin dogoggorsaa uumuuf yaaduun:
    (a) daldala aksiyoonaa abbummaa aksiyoonaa irratti jijjiirama fayyadu kamiyyuu
    kan hin finne kan adeemsise yoo ta’e; yookiin
    (b) walitti dhiheenya hammaa, yeroofi gatiin aksiyoonotaa gaafataman nama
    sanaan yookiin nama biroon akka bitaman yookiin namuma sanaaf yookiin
    nama biroof gaaffiin bittaa akka dhihaate yookiin akka dhihaatu osoo beekuu
    aksiyoonota sana bituuf gaaffii kan dhiheesse yoo ta’e; yookiin
    (c) walitti dhiheenya hammaa, yeroofi gatii aksiyoonotaa gaafataman namuma
    sanaan yookiin nama biroon akka gurguraman yookiin namuma sanaaf yookiin
    nama biroof gaaffiin gurgurtaa akka dhihaate yookiin akka dhihaatu osoo
    beekuu aksiyoonota sana gurguruuf gaaffii kan dhiheesse yoo ta’e;
      
    hidhaa salphaan yookiin dubbichi ulfaataa yoo ta’e, hidhaa cimaa waggaa shan hin
    caalleen ni adabama.
    (Seera yakkaa kwt 694)